Kitaabni qulqulluun akkuma ‘raajoota sobarraa of eegaa’’ jedhu, Keeniyaatti namoonni baayyeen paastaronni akka kadhataniif gaafachuuf jecha liqaa keessa galaa jiraachutu himama. Evaaliin Okoloo ...