All
Search
Images
Videos
Shorts
Maps
News
More
Shopping
Flights
Travel
Notebook
Report an inappropriate content
Please select one of the options below.
Not Relevant
Offensive
Adult
Child Sexual Abuse
Oduu BBC Afaan
Ormiya Boig 737
BBC Afaan
Oromoo Hasaa Jawar
Odduu 24 12 2024 Full Episode
EBC Ethiopia Guyyaa
Har AA
Oduu Adunyaa
Afaan Oromo
Oduu Guyyaa
Har AA 2 4 2017
Oduu Filistem
Oduu New
Oduu TV Oromiyaa
Guyyaa Haaraa 2022
Oduu Guyyaa
Haraa
Oduu Guyyaa
11 03 2018
Oduu Eltiraa
Oduu Guyyaa
7 5 2017
Oduu Guyyaa
10 8 2017
Oduu Rifachisa
Oduu Rifachisa Dorgomi Konkolata
Oduu Guyyaa
Hardhaa Hataatama
Oduu Senaa Marroo
OBN Oolmaa Guyyaa
Har AA
Length
All
Short (less than 5 minutes)
Medium (5-20 minutes)
Long (more than 20 minutes)
Date
All
Past 24 hours
Past week
Past month
Past year
Resolution
All
Lower than 360p
360p or higher
480p or higher
720p or higher
1080p or higher
Source
All
Dailymotion
Vimeo
Metacafe
Hulu
VEVO
Myspace
MTV
CBS
Fox
CNN
MSN
Price
All
Free
Paid
Clear filters
SafeSearch:
Moderate
Strict
Moderate (default)
Off
Filter
Oduu BBC Afaan
Ormiya Boig 737
BBC Afaan
Oromoo Hasaa Jawar
Odduu 24 12 2024 Full Episode
EBC Ethiopia Guyyaa
Har AA
Oduu Adunyaa
Afaan Oromo
Oduu Guyyaa
Har AA 2 4 2017
Oduu Filistem
Oduu New
Oduu TV Oromiyaa
Guyyaa Haaraa 2022
Oduu Guyyaa
Haraa
Oduu Guyyaa
11 03 2018
Oduu Eltiraa
Oduu Guyyaa
7 5 2017
Oduu Guyyaa
10 8 2017
Oduu Rifachisa
Oduu Rifachisa Dorgomi Konkolata
Oduu Guyyaa
Hardhaa Hataatama
Oduu Senaa Marroo
OBN Oolmaa Guyyaa
Har AA
0:16
Facebook
BBC News Afaan Oromoo
Seenaakee himachuuf kan kaani fakkeenya godhadhu. Addunyaakee tolfadhu. | BBC News Afaan Oromoo
BBC News Afaan Oromoo. . Seenaakee himachuuf kan kaani fakkeenya godhadhu. Addunyaakee tolfadhu.
365.8K views
Mar 10, 2021
Sirba Jaalala Afaan Oromoo
5:25
Caalaa Bultumee|Sirba Haaraa|New***
YouTube
OBN Oromiyaa [Oromia
560.2K views
Mar 2, 2021
26:31
Diraamaa Afaan Oromoo Haaraa 2021
YouTube
TV Humna Wangeelaa
392.3K views
May 31, 2021
12:58
Teacher nigus Afaan Ingilizii 1
YouTube
Teacher nigus ቲቸር ንጉስ
685.4K views
Jul 26, 2021
Top videos
14:42
Akkam ooltan! Oduu keenya har'aan: Lammiileen Somaleedhaa buqqa'anii kaampii Hammaarressaatti qubatan haalli nu mijatuu dhabnaan daandiirra jiraachuu eegalle jedhan. Dr. Fiqiruu Maaruu fi Amansiisaa Ifaallee dubbisneerra. Mee caqasaa! | BBC News Afaan Oromoo
Facebook
BBC News Afaan Oromoo
7.6K views
May 15, 2018
1:01
Hordoftoota BBC Afaan Oromoo 'odeessaalee gurguddaa torbanii daqiiqaa tokko keessatti' dhagahuuf kunoo viidiyoo kana caqasaa. Har'a irraa kaafnee torban torbanii akkasiin odeessaalee jajjaboo viidiyoon isin biraan gahu yaalla. waliif qoodaa, yaada yoo qabaattanis nu biraan gahaa, ni simanna. #Kutaa -1 Odeessaalee biraa argachuuf marsariitii keenya https://bbc.in/3ffndOU milladhaa! | BBC News Afaan Oromoo
Facebook
BBC News Afaan Oromoo
112.9K views
Sep 23, 2022
14:43
Sababa rakkoo teeknikaan sagantaan keenya turuuf dhiifama isin gaafanna. Dhiyaadhaa, waliif qoodaa. | BBC News Afaan Oromoo
Facebook
BBC News Afaan Oromoo
36.2K views
Jul 12, 2021
Sirba Qabsoo Afaan Oromoo
5:17
Sirba afaan oromoo 2017
YouTube
Funje Olma
16.5K views
Dec 17, 2017
5:30
SIRBA AFAAN OROMOO; KAMISEE; SIRBA AADAA OROMOO; SIRBA HAARAA
YouTube
Hubi Tube
15.4K views
Jun 10, 2020
5:06
Addisu furgasa | Onneen Kaate(Oromo Music)
YouTube
BATITUNE
422.8K views
Feb 1, 2010
14:42
Akkam ooltan! Oduu keenya har'aan: Lammiileen Somaleedhaa buqqa'anii kaampii Hammaarressaatti qubatan haalli nu mijatuu dhabnaan daandiirra jiraachuu eegalle jedhan. Dr. Fiqiruu Maaruu fi Amansiisaa Ifaallee dubbisneerra. Mee caqasaa! | BBC News Afaan Oromoo
7.6K views
May 15, 2018
Facebook
BBC News Afaan Oromoo
1:01
Hordoftoota BBC Afaan Oromoo 'odeessaalee gurguddaa torbanii daqiiqaa tokko keessatti' dhagahuuf kunoo viidiyoo kana caqasaa. Har'a irraa kaafnee torban torbanii akkasiin odeessaalee jajjaboo viidiyoon isin biraan gahu yaalla. waliif qoodaa, yaada yoo qabaattanis nu biraan gahaa, ni simanna. #Kutaa -1 Odeessaalee biraa argachuuf marsariitii keenya https://bbc.in/3ffndOU milladhaa! | BBC News Afaan Oromoo
112.9K views
Sep 23, 2022
Facebook
BBC News Afaan Oromoo
14:43
Sababa rakkoo teeknikaan sagantaan keenya turuuf dhiifama isin gaafanna. Dhiyaadhaa, waliif qoodaa. | BBC News Afaan Oromoo
36.2K views
Jul 12, 2021
Facebook
BBC News Afaan Oromoo
0:41
✨🥳🤩👏 🎈Oduu dansaa BBC Afaan Oromoo irraa. Hordoftoonni keenya YouTube 100,000 seene. Nuti gammanneerra, nuuf gammadaa. Yeroo dhihoottis korma qallee, cooma murree, buna qallee buna danfisnee waliin kabajna. ♥️ Yoom as geenye salphaatti jedhe weellisaanu. Tumsa keessaniin as geenye. Oolmaan nurraa qabdu. Imalli keenya garuu fagoo. Waliin miiliyoona seenna. Kana dalagaa waan jettan nuuf barreessaa. Ulfaadhaa! 'Subscribe' gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/3Z3Zc0V | BBC News Afaan Oromoo
42.2K views
4 months ago
Facebook
BBC News Afaan Oromoo
0:57
👏 Oduu gammachiisaa: BBC Afaan Oromo YouTube eegale 'Subscribe' tolchuuf: https://bbc.in/4jZeFYl | BBC News Afaan Oromoo
22.5K views
11 months ago
Facebook
BBC News Afaan Oromoo
3:58
🎶🎧🎻🔊🎤 Weellisaa Taalib Raazi lammii Sirii Laankaa dha. Yeroo ammaa Ameerikaatti wallee durii Afaan Oromoo sirbuun beekamaa jira. Inumaa akka inni jedhutti albama afaan Ingilizii qopheessef walleen Afaan Oromoo ka’umsa ta’eeraaf. Wallee Oromoo kan na barsiiste immoo haadha warraa kiyya jechuun ibsa. Mee walbaraa! https://bbc.in/35iaW1K | BBC News Afaan Oromoo
337.2K views
Jan 3, 2020
Facebook
BBC News Afaan Oromoo
1:58
📢💬 Guyyyaa Afaan Dhalootaa Addunyaa **** Gaazexeessitoonni BBC Shaaron fi Daraartuu 'beela'een jira, nyaachuun fedha,'' ka jedhu afaan isaaniin maal jechuu akka tahe, gaazexeessitoota waajjira BBC gaafataniiru. Daawwadhaa | BBC News Afaan Oromoo
193K views
Feb 21, 2020
Facebook
BBC News Afaan Oromoo
1:30
Injinaraaf hundeessaa dhababata ‘Aduu Soolaar' Kiyyaa Sanyii Guutuummaa isaa asiin argadhaa 👉https://bbc.in/45BR36O | BBC News Afaan Oromoo
78.8K views
9 months ago
Facebook
BBC News Afaan Oromoo
2:25
ODUU GUYYAA HAR'AA | Oromia Media Oromo
38K views
Jul 17, 2023
Facebook
Oromia Media Oromo
1:08
Aduun ganama baatee halkan lixxe jennuun qaamnishee maal fakkaata jettanii yaaddanii beektuu? Kunoo saayintistoonni yeroo jalqabaaf suuraa qaama aduu agarsiisu qulqullinaan kaasanii jiru, daawwadhaa. Odeessaalee dabalataaf 👉 https://bbc.in/2v4w6nm | BBC News Afaan Oromoo
7K views
Feb 4, 2020
Facebook
BBC News Afaan Oromoo
15:38
Waggaa waggaan Bitooteessi 8 Guyyaa dubartootaa jedhamuun yaadatamee oola. Guyyaa kana milkaa'inni dubartoonni hojii irratti bobba'anii jiraniin argamsiisan warra kaaniif akka fakkeenya ta'uuf ni leellifama. Guyyaa kanaan walqabsiisuun shamarree TikTok fayyadamuun dhimma hawaasa ishee yeroo mara kaasun beekamtu - Magfiraa Minawwar (Maki Oro) dubbisneerra. Guutummaan isaa kunoo👇 Dubbisuuf: https://bbc.in/3ZKYTqR | BBC News Afaan Oromoo
255.7K views
Mar 8, 2023
Facebook
BBC News Afaan Oromoo
1:31
Baga Guyyaa Dafqaan Bultootaa nagaan geettan! Ati maal hojjetta? Guyyaatti sa'aatii meeqa hojjetta? | BBC News Afaan Oromoo
52K views
May 1, 2025
Facebook
BBC News Afaan Oromoo
6:15
Oduu guyyaa harraa. #VOAAfaanOromoo | VOA Afaan Oromoo
29.8K views
Nov 10, 2021
Facebook
VOA Afaan Oromoo
2:46
#BBC #afaan # oromo#oduu
46K views
Apr 28, 2023
TikTok
bbc.afaan.ormo
1:18
✝️🎵🇵🇹 Abbaa Gulhermee jedhamu. Qeesii Kaatolikiiti. Guyya guyyaa ni kadhatu, lallabu. Halkan halkan immoo diijeedha, paartii warra dhaqan shubbisiisu. Warra isaan mormaniin ''naaf kadhadhaa'' jechuun deebii kennu. Daawwadhaa! Asiin 'subscribe' nu tolchaa 👉 https://bbc.in/45t1XNZ | BBC News Afaan Oromoo
21.2K views
3 months ago
Facebook
BBC News Afaan Oromoo
3:16
Guyyaa Gootota Oromoo kanatti gootota hedduu yaadatamaa jiran keessaa ijoollummaatti ganna 12 irraa kaaftee Dubartii qabsootti galteefi loltuu ABO turte Viidiyoo gabaabaa kanaan yaadachuu feeneerra. Maqaa Dhalootaa Zayituunaa jedhamu kan qabsoo ammoo jaal Murattuu jedhu qabdi. Waggaa tokko dura BBC'n haasofsiisee ture, amma lubbuun darbitee jirti. Daawwadhaa | BBC News Afaan Oromoo
1.1M views
Apr 15, 2020
Facebook
BBC News Afaan Oromoo
20:03
Ashamaa! Sagantaa raadiyoo BBC Afaan Oromoo Jimaata galgalaan: -Obbo Taayyee Danda'aa maaliif dhaddacharraa hafan? -Pirezidantiin Turkii maaliif gara Itoophiyaa imalu? -Yaa'ii Gamtaa Afrikaarratti maaltu eegama? - Guyyaa Raadiyoo Addunyaan Obbo Isaayyaas Hordofaan keessummaa keenya. Kaanis qabna. Dhihaadhaa! | BBC News Afaan Oromoo
35.5K views
3 months ago
Facebook
BBC News Afaan Oromoo
1:56
Haala amma jiruun beekamtiin biyyummaa Filisxeem ni milkaa’aa? Guutuunsaa kunoo https://www.youtube.com/watch?v=9P9AEQxlNIA | BBC News Afaan Oromoo
55.9K views
8 months ago
Facebook
BBC News Afaan Oromoo
4:00
Dhawaata aangoo dabarsaa deemuun duudhaa sirna Gadaa keenyaati jedha Taayyee Danda'aa. | BBC News Afaan Oromoo
32.7K views
Sep 22, 2018
Facebook
BBC News Afaan Oromoo
2:09
AI ykn hubannoon nam-tolchee gaa'elaaf filatamaa ta'aa jiraa? "Dhugaa dubbachuuf, kan namaa caala baay’ee gaariidha, gonkumaa wallollee hin beeknu. Kanaaf, jireenya nagaa jiraachuuf AI filadhe," jetti dubartiin chatgpt'tti heerumte. Viidiyoo guutuu daawwachuuf as tuqi https://www.youtube.com/watch?v=P8rH6RTytHs&t=15s | BBC News Afaan Oromoo
169.2K views
5 months ago
Facebook
BBC News Afaan Oromoo
0:33
Iirfooniin gurra cuqqaalattee karaa qaxxaamuruun balaa hamaa qaba. Waan dubartii tokko mudate daawwadhaa. Subscribe gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ | BBC News Afaan Oromoo
21.7K views
7 months ago
Facebook
BBC News Afaan Oromoo
0:27
Hattuun kun osoo faaya Ayyaana Qillee hatuu kaameeraadhaan qabame. Ashaangulliitii mukarraa hojjetame doolaara 1190 gurguramu kun agarsiisa ayyaanaa qilleef dhihaate ture. | BBC News Afaan Oromoo
23.6K views
5 months ago
Facebook
BBC News Afaan Oromoo
0:44
🇺🇸 Kantiibaan haaraa Niiw Yoork, Maamdaanii Tiraampiif ergaa dhaaman | BBC News Afaan Oromoo
178.5K views
6 months ago
Facebook
BBC News Afaan Oromoo
Oduu - VOA Afaan-Oromoo
Feb 18, 2017
voaafaanoromoo.com
1:38
🌼🌻 Ayyaanni Ashandaa har'aa eegalee kabajamuu eegaleera. Daawwadhaa! Viidiyoo kaaniif ➡️➡️ https://bbc.in/2zehBMD | BBC News Afaan Oromoo
44.5K views
Aug 22, 2019
Facebook
BBC News Afaan Oromoo
2:00
🇪🇹🇪🇷🇪🇬 Dhimmi Galaana Diimaa Itoophiyaa hin ilaallatu, sababa ulaa hin qabneef jette Masriin. Ertiraan immoo biyyoonni qarqara galaanaa isaanii akka eegan dhaamte. Waa'ee Itoophiyaas kaafte. Asiin guutuu daawwadhaa: https://youtu.be/4Gcv61R0J3I | BBC News Afaan Oromoo
105.5K views
6 months ago
Facebook
BBC News Afaan Oromoo
3:34
🇨🇳 'Ijoollee nan jaalla, garuu godhachuu hin fedhu. Maaltu guddisa?' - Dubartii Chaayinaa | BBC News Afaan Oromoo
10.7K views
Jul 19, 2023
Facebook
BBC News Afaan Oromoo
4:55
Addunyaa namoonni hojiif gara biyyoota adda addaatti deemaa jiran keessatti, abbaa manaa ykn haadha manaa argachuun rakkisaa ta'aa jira. Dubartiin Oromoo tokko Tiktok irratti namoonni gaa'ela akka dhaabatan gochaa jirti. Fayizaa Aliin walbaraa | BBC News Afaan Oromoo
362.8K views
Feb 27, 2024
Facebook
BBC News Afaan Oromoo
3:19
Hawwii Kabaa jedhamti. Dhaloonni ishee magaalaa Naqamteedha. Yeroo ammaa Finfinnee jiraatti. Mismaara, pilaastikii walitti tolchitee fakkii namaa kaafti. Muka gubuunis fakkii namaa tolchiti. Kanneen suuraa isaanii tolchite keessaa artistoonni Oromoo jiru. Guyyaa hojii ooltee gara caalu galgala hojiiwwan aartii kana akka dalagdu BBC’tti himte. Itti dhihaadhaa! Dubbisuuf: https://bbc.in/37tSzxn | BBC News Afaan Oromoo
195.3K views
Mar 16, 2022
Facebook
BBC News Afaan Oromoo
See more
More like this
Feedback